Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’e
Finfinnee, Fulbaana 27, 2014 (FBC)- Faawundeeshiniin Proofeeser Masfiin Walda Maariyaam hundaa’eera.
Yaadannoo boqachuu waggaa tokkoffaa proofeeserichaa fi hundeeffamaa faawundeeshinichaa hordofee koreen ibsa laateera.
Dura ta’aan Faawundeeshinicha Dooktar Baddiluu Waaqjiraa akka himaniitti, proofeeser Masfiin jireenyaasaanii guutuu biyyasaaniif laataniiru jedhan.
Proofeeserichi Ityoophiyaa hiyyummaarra bilisoomtee, nageenyaa qabdu, mirgi namoomaa fi olaantummaa seeraa itti hojjirraa oolee taasisuu kan hojjeta turan ta’uu ibsuusanii TOI gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.