Fana: At a Speed of Life!

Ergaan duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ marsaa duraan qophaa’e ergame

Finfinnee, Fulbaana 14, 2014 (FBC) – Ergaan duula ‘Poostaa Adii gara Masaraa Adii’ marsaa duraan qophaa’e ergamuu ibsameera.
Poostichi gama DHL ergamuu eerameera.
Ergaan Poostawwanii haqa Ityoophiyaa ibsu marsaa garaagaraan gara Masaraa Adiitti kan ergamu ta’uu Qindeessan sosochichaa magaalaa Finfinnee obbo Ayimiroo Addunyaa ibsaniiru.
Duulichi Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin eegalamee lammiileen Ityoophiyaa hedduu kan hirmaachise dhugaa Ityoophiyaa hubachiisuuf ashaaraa kan kaa’u ta’uu ibsameera.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
May be an image of text that says 'The White Post flood to The White House From September 13-25'
0
People Reached
0
Engagements
Boost Post
Like

Comment
Share
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.