Fana: At a Speed of Life!

Erdohaan mootummaan Ityoophiyaa deebii namoomaan Turkiyaatti kenneef galateeffatan

Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Turkii Rasiip Xayiib Erdoohaan balaa kirkira lafaa Turkitti mudateef deebii namoomaa Ityoophiyaa kenneef galateeffataniiru.

Pireezidaanti Erdohaan Turkitti Ambaasaaddara Ityoophiyaa Adam Mahaammad fi Ergama Lubbuu Baraarsa Ityoophiyaa kan hoogganan letenaal Jeneraal dastaa Abiicheef waraqaa ragaa galateeffannaa kennaniiru.

Turkiitti balaan kirkira lafaa Fulbaana darbe mudateen lammiileen kuma 59 ol du’uu fi jilli lubbuu baraarsaa Ityoophiyaa gara turkiitti imaluun deeggarsa taasisuun yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.