Fana: At a Speed of Life!

Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii lammiilee buqqa’aniif deeggarsa nyaataa taasise

Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) – Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii lammiilee buqqa’anii deeggarsa nyaataa fi kanneen biroo taasiseera.

Dhaabbatichi Ityoophiyaatti lammiilee deeggarsi namoomaa barbaachisuuf nyaata tooni 50 dabalatee deeggarsaa biroo taasiseera.

Deeggarsichi Addeessaa Dimaa biyyattitiin taasifameera.

Deeggarsichaan nyaanni toonii 50 dabalatee meeshaalee tajaajilaa wallansaaf oolaan haammatamaniiru jedhame.

Emmireetoonni Arabaa Gamtoomanii Ityoophiyaatti lammiilee deeggarsa namoomaa barbadaniif tumsaa taasisuu cimsee kan itti fufuu ta’uu bakka bu’aan oduu biyyaatti gabaaseera.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.