Fana: At a Speed of Life!

Emireetoonni Araba Gamtoomanii deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 6 Ityoophiyaaf gumaachite

Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Emireetoonni Araba Gamtoomanii dhiyeessii midhaan nyaataa lubbuu baraaruuf kan oolu Doolaara miiliyoona 6 Ityoophiyaaf gumaachiteerti.
Biyyattiin Karaa Fandii Gargaarsa daa’immaanii ‘UNICEF’ tiin lammiilee sababa hongeen miidhaniif kan oolu Doolaara miiliyoona 6 gumaacha taasiifteerti.
Deeggarsichi Sababa hongee uumameen daa’imman rakkoo hamaaf saaxilaman baraaruuf kan oolu ta’uu eerameera.
‘UNICEF’ Ityoophiyaatti daa’immaan iddoolee garaagaraatti rakkoof saaxilaman baraaruuf deeggarsa namoomaa dhiyeessaa jiraachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaan ibseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.