Fana: At a Speed of Life!

Embaasiiwwan biyyoota garaagaraa guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Finfinnee, Guraandhala 23, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti Embaasiiwwanii biyyoota garaagaraa Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa guyyaa injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Ityoophiyaatti Embaasiiwwan Ameerikaa, Iraaniifi Meeksiikoo akkasumas Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyuwaan guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 127ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

# Ityoophiyaa #Adwaa #Injifannoo

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.