Fana: At a Speed of Life!

Eksipoo Shaangaayirraa sagantaa diijitaala Itiyoophiyaa dhugoomsuuf muuxannoo gargaaru arganne – Aadde Caaltuu Saanii

Finfinnee, Waxabajjii 21, 2016 (FBC) – Eksipoo Shaangaayirraa sagantaa diijitaala Itiyoophiyaa dhugoomsuuf muuxannoo gargaaru arganneerra jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin.

Aadde Caaltuun Eksipoo Shaangaayi 2024 Chaayinaatti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.

Teeknooloojii ammayyaan deeggaramuun bu’uraalee misoomaa qindoominaan akkaataa diriirsuun danda’amu Eksipicharraa muuxannoo arganneerra jedhan.

Hanqinaalee bu’uraalee misoomaa adda baasuun bifa ammayyaan hojjechuuf caalmaatti hubannoo argachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.