Fana: At a Speed of Life!

Ekoon sochii ‘No More’tti makame

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC)- Weellisaan dhiigaan Afrikaa dhalootaan Ameerikaa Ekoon sosochii ‘No More’tti makameera.

Kutaawwan Addunyaa garagaraarratti arsiitoonnii fi ogeeyyiin adda adda dhiibbaa uumaan sochiichatti makamaa jiru.

Kanaan walqabsiisee weellisaa beekamaan Ekoon sosochii ‘No More’ Ityoophiyaanoota, dhalattoota Ityoophiyaa, Afrikaanootaa fi michuuwwan Ityoophiyaa dabalatee addunyaa kakaasaa jiru deeggaruun dhiibbaa biyyoonni lixaa Ityoophiyaarra darbee Afrikaarratti uumaa jiran mormeera.

Ekoon weellisaa, qopheessaa muuziqaa fi arsiisti hojii uumuu yoo ta’u, Graam Awaardiif yeroo sadii kadhimameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.