Ejensichi gamoo Birrii miiliyoona 700’n ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 16, 2016 (FBC)- Ejensiin Mana Kitaabaa fi Wiirtu Ragaalee gamoo Birrii miiliyoona 700’n ijaarse eebbisiiseera.
Gamichis darbiiwwan 17 kan qabuu yoo ta’u baajata motummaan kan ijaarame ta’uun ibsameera.
Sirna eebbichaarratti qondaaltonni mootummaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.