Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Ejansiin Nageenya Odeeffannoo moggasa maqaa isaa ‘Ejansiirraa’ gara ‘bulchiinsaatti’ jijjiiruu beeksiseera.
Dhaabbatichi kana dura bu’uura labsii lakkoofsa 808/2006tiin Ejansiin Nageenya Odeeffannoo jedhame waamama turuun isaa ni yaadatama.
Yaa ta’u malee Mootummaa Federaalaatti aangoo fi hojii qaamolee raawwachiftootaa murteessuu bu’uura labsii lakkoofsa 1263/2014 keeyyata 78(3) moggasaa maqaa isaa gara Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo (Information Network Security Administration (INSA)tti jijjiiruu ragaan bulchiinsicharra argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.