Fana: At a Speed of Life!

Ejansichi nageenya odeeffannoorratti Oomisha Gabaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteesse

Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Ejansiin Nageenyaa Odeeffannoo sirna gabaa ammayyaa’aa diriirisuuf kan deeggaran damee Infoormeeshinii Teeknooloojii fi Nageenya odeeffannoorratti Oomisha Gabaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf waliigaltee mallateesseera.

Ejansichi itti gaafatamuummaa laabsiin laatameef keessaa inni olaanaan nageenyaa infoormeeshinii bu’uraalee misoomaa biyyatti eeguu ta’uu hojii gaggeessaan Ejansichaa Dooktar Shumatee Gizaaw himaniiru.

Daayreektarri olaanaan Oomisha Gabaa Ityoophiyaa obbo Wandimaagaany Nagaaraa gama isaaniin, dhaabbatichi ejansicha waliin hojjechuuf mallateessuun dhaabbatichi hojii hojjechuuf qabatee galmaan gahuuf shooraa olaanaa qaba jechuusaanii ragaan ejansicharra argamee ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.