Fana: At a Speed of Life!

Egzibiishiniin Torbee Irreechaa Finfinneetti baname

Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) –Egzibiishiniin Torbee Irreechaa kan bara 2017 Giddugala Egzibishinii Magaalaa Finfinneetti banameera.
saganticharratti Hoggantuu Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa Simbiruu dabalatee hoggantoonni olaanoo naannoo fi qooda fudhattoonni biroon argamu ragaan Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.