Eebbifamtoonni Yuunvarsiitii Miizan Teeppii ashaaraa magariisaa kaa’an
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC) – Barattoonni Yuunvarsiitii Miizan Teeppii guyyaa boruu eebbifaman sagantaa ashaaraa magariisaa kaa’aniiru.
Yuunvarsiitii Miizan Teeppii guyyaa Boruu yeroo 13ffaaf barattoota kuma 1 fi 38 ni eebbisiisa.
Barattoonni kunneen muummee barnootaa Teeknooloojii, Saayinsii Uumamaa fi infoormeeshiniin sagantaa digirii jalqabaa fi 2ffaan barnoota isaanii kan hordofan ta’uu ibsameera.
Habanayoom Sisaayitu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.