Duulli #Ni Ga’aa/ #No More Jaappaan Tookiyootti gaggeeffame
Lammiileen Ityoophiyaan Jaappaan jiraatan giddu seentummaa biyyoota lixaa mormuun hiriira balaaleeffannaa gaggeessaniiru.
Ameerikaan gochaa badii Afgaanistaan, Sooriyaa, Liibiyaa fi biyyoota biroorratti raawwatte Ityoophiyaarratti akka raawwattu hin eeyyamnu jedhan hiriirtoonni kunneen.
Miidiyaaleen biyyoota Lixaa ololaa fi gabaasa sobaa Ityoophiyaa ilaalchisee tamsaasaa jiran akka dhaaban gaafataniiru.
Ameerikaan dhiibbaa Ityoophiyaarraatti taasiisaa jirtu akka dhaabdu Xaalayaa Imbsaaichaaf galachaniiru.
Maddi:-TOI
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.