Fana: At a Speed of Life!

Duulli Kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa godinaalee garaagaraatti gaggeeffame

Finfinnee, Mudde 15, 2015 (FBC) –  Duulli Kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamuu ibsame.

Duulli kunuunsa biqiltuu Ashaaraa magariisaa godinaalee Oromiyaa garaagaraatti gaggeeffamuu ragaan Biiroo Qonnaa Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Haaluma kanaan godinaalee Shawaa Kibba Lixaa, Arsii Lixaa, Shawaa Kaabaa, Arsii, Shawaa Bahaa, Baalee, Harargee Lixaa, Booranaa, Qeellam Wallaggaa, Gujiifi Harargee Bahaatti gaggeeffamuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.