Fana: At a Speed of Life!

Duulli kenniinsa talaallii ittisa vaayirasii koroonaa marsaa4ffaan  torban dhufu ni eegala- Ministeera Fayyaa

Finfinnee, Mudde 4, 2015(FBC)- Duulli kenniinsa taalallii  vaayirasii koroonaa marsaa4ffaan    torban dhufu irraa eegalee kan  kennamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Talaalii Vaayirasii koroonaa hanga ammaatti  karaa idilee fi duulaan kennameen laammileen miiliyoonni 43 ol talaallicha fudhachuu eerameera.

Ministeerichi duula kenniinsa talaallii vaayirasii koroonaa marsaa 4ffaa milkeessuuf waajjiraalee federaalaafi dhaabbilee miidiyaa waliin magaalaa Adaamaatti mari’ata jira.

Ministeerichi guyyaa duulli  talaallii akka biyyatti itti eegaluu gara fuula duraatti kan ifoomsu ta’uu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.