Fana: At a Speed of Life!

Duulli aramaa bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira

Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Duulli Aramaa Bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira.

Bulchiinsi Magaalaa Baatuu dhaabbilee mootummaa, miti mootummaa fi jiraattota Magaalaa hirmaachisuun hojii Aramaa Bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu erga jalqabee ji’ootni lakka’aamanii jiru.

Hojii hanga ammatti hojjatameen Aramaa Bocee hektaara 56.9 ol haricha uwwisee ture keessaa 43 ol qulqulleessuun danda’ameera.

Haaluma Wal fakkaatuun guyyaa har’aa jiraattonni Magaalaa Baatuu Ganda Battallee duulicha irratti hirmaachuun gahee isaanii bahaachaa akka jiran ragaan Kominikeeshinii magaalaa Baatuurraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.