Fana: At a Speed of Life!

Duulaa Dhaabbii biqiltuu guyyaa har’aan hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 594.6 dhaabbate – TKM

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Duulaa Dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti biqiltuun miiliyoonni 594 fi kumni 600 dhaabbachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.