Duula gara biyyaa galuu miiliyoona 1’f hojiin qophii dura raawwatamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad dhalattoonni Ityoophiyaa fi lammiileen Ityoophiyaa diyaaspooraan miiliyoonni 1 gara biyyaa akka galaniif waamicha dhiyeessaan hordofee Ejensii Diyaaspooraa Ityoophiyaa qophii duraa taasisaa jiraachuu ibseera.
Itti aanaan daayrektara ejensichaa Dooktar Mahaammad Indiriiis qophicha ilaalchisee ibsa laataniiru.
Miseensoonni diyaaspooraa Ityoophiyaa hanga seenuutti akkasumas turtii isaatiin haalota jiraanii fi dhimmoota raawwachuu qabuurratti qophiin duraa raawwachaa jiraachuu himaniiru.
Ityoophiyaanis miseensoota kanneen simachuuf qophii ta’uushee kaasuu ragaan eejansicharra argamee ni muul’dhisa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.