Dureewwan konfiraansii ‘Addunyaa Beelaarra bilisaa’ irratti hirmaachaa turan gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2017 (FBC) –Dureewwan biyyoota garaagaraa konfiraansii ‘Addunyaa Beelaarra Bilisaa’ irratti hirmaachaa turan gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Dureewwan kannen gaggeessuu ragaan Ministera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.
Itiyoophiyaatti Dhaabbata Misooma Indaastirii Mootummoota Gamtoomanii waliin ta’uun Konfiraansiin ‘Addunyaa Beelaarraa bilisaa’ Onkololeessa 26-28,2017 Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamuun ni yaadatama.
#Oromia #Ethiopia