Fana: At a Speed of Life!

Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat fi Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon bara haaraa Itiyoophiyaa 2016 ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakiin, gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, Itiyoophiyaanota naraaf barri haaraan kan nagaa, badhaadhinaa akka ta’uufi hawwaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.