Fana: At a Speed of Life!

Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa Maakii Saal Preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dura Taa’aan Gamtaa Afrikaa fi Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal Preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin mari’achuu gabaafameera.

Mariisaaniin Maakii Saal, waraanni Raashiyaa fi Yuukreen biyyoota  Afrikaarratti  dhiibbaa geessisuu kaasaniiru.

Preezdaantichi ibsa laataniin, mariin Preezdaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin taasisan oomisha midhaanii fi xaa’oo Afrikaarraa addaan citee ture gara Afrikaa akka  galuu taasisuuf kan kaayyeffate ta’uu ibsaniiru.

Dabalataanis marii waraana Raashiyaa fi Yuukreen furuu dandeessisu kan taasisan ta’uu CGTN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.