Fana: At a Speed of Life!

Dura ta’aa yeroo Gamtaa Afrikaa Filiiksii Shiiseekeedii fi preezdaantoonni biyyoota Afrikaa garaagaaraa ganama kana Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 28, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo fi Dura ta’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Filiiksii Shiiseekeedii fi preezdaantoonni biyyoota Afrikaa garaagaaraa ganama kana Finfinnee galaniiru.

Preezdaantiin Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo fi Dura ta’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Filiiksii Shiiseekeedii,Preezdaantiin Isiwaatiinii Kiliiyyooppaa Diilaamiinii fi Preezdaantiin Keepvardee Joozee Maariiyaan Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa har’a eegalurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Preezdaantoonnii kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an hoggantoota mootummaa olaanoon simannaan taasiifameefira.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.