Dubartoonni Ministiroota lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aan daawwachuunf magaalaa Kombolchaa galan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 (FBC)- Dubartoonni Ministiroota lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aan daawwachuuf magaalaa Kombolchaa galaniiru.
Dubartoonni kunneen garee shororkeessaa ABUT’tiin lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirra buqqa’aan daawwachuufi jajjabeessuuf magaalichaa kan galan.
Ministirri Ministeera aadaa fi turiziimii Dooktar Hiruut Kaasahuun, Ministirri Ministeera Geejjiba aadde Daagimaawwiit Moogas, ministirr deettaa ministeera hojjetaa fi dhimmoota hawaasummaa aadde Ayaalech Isheetee fi kanneen biroon magaalaa Kombolchaa galaniiru.
Magaalaa Kombolchaas wayita ga’aan hawaasni naannichaa simannaa taasiseefira.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.