Fana: At a Speed of Life!

Dubartoonni magaalaa Yaaballoo Raayyaa Ittisaaf Galaa qopheessan

Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Dubartoonni magaalaa Yaaballoo Raayyaa Ittisaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf falmataa jiruuf Galaa qopheessaniiru.

Gareen Shororkeessaa ABUT hanga barbadaa’uutti deeggarsa taasisan cimsanii kan itti fufuna ta’uu dubbataniiru.

Dubartoonni Magaalaa Yaaballoo kaka’uumsa mataa isaaniin galaa qopheessuu Itti Gaafatamtuun Waajjira Dhimma Dubartootaaf Daa’immanii Bulchiinsa Magaalaa Yaaballoo Aadde Zinaabaa Tasfayeen himuu isanaii Kominikeeshinii Godina Booranaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.