Dubartii gabaabduu addunyaa fi dhiira dheeraa Ityoophiyaaf beekkamtiin laatame
Finfinnee, Bitootessa 2, 2014 (FBC) – Dubartii gabaabduu addunyaa fi dhiira dheeraa Ityoophiyaaf beekkamtiin laatameera.
Marsaa jalqabaatin galmeen dinqisiisoo Afrikaa dubartii gabaabduu addunyaa Ishaalee Warquu Walayittarraa beekkamtii laatameefira.
Akkasumas dhiira dheeraa Ityoophiyaa ammoo Naga’oo Jimaa godina Shawaa Bahaa Maqiirraa beekkamtiin laatameefira.
Galmeen dinqiisisoo Afrikaa Ityoophiyaanoota hundaa’ee kun mata duree ‘homaarraa gara guddattii’ jedhuun aadaa biyyatti beeksisuu fi kalaqaa jajjeebeessuun goototaa uumuurratti xiyyeeffannoon laachuun hojiisaa jalqabaa beekkamtii laachuun eegaleera.
Addisuu Muluneehtu gabaase
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.