Fana: At a Speed of Life!

Du’aan boqochuu Siimoonpiiyetiroo Saaliinii ilaalchisee Dooktar Abiy ergaa gaddaa dabarsan

Finfinnee, Adoolessa 14, 2016 (FBC) – Du’aan boqochuu Siimoonpiiyetiroo Saaliinii ilaalchisee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsaniiru.

Maatii isaanii fi Giruuppii Wiibiwuld hundaaf jajjabina hawwaniiru.

Siimoonpiiyetiroo Saaliiniin hojiilee misoomaa Itiyoophiyaa keessatti nama oolmaa guddaa qaban turan jedhan.

Keessattuu piroojektoota gurguddoo Itiyoophiyaan gaggeessaa turte keessaa qooda olaanaa bahachuu isaanii Dooktar Abiy ergaa gaddaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.