Fana: At a Speed of Life!

Dorgoomtoota dorgommii carraa hojiitin badhaafamoo ta’aniif baadhaasni laatame

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)- Dorgoomtoota dorgommii carraa hojiitin badhaafamoo ta’aniif baadhaasni laatameera.

Dorgoomtoota 5f badhaasni Birrii kuma dhibba 8 fi kuma 40 laatameera.

Giddugalli Misooma Intaarpireenarshiip Ityoophiyaa dorgoomtoota wal dorgomsiisaa ture 1ffaa hanga 5ffaatti ba’aniif baadhasaa laateera.

Dorgomichan carraa hojii uumuu fooyya’aan 1ffaa kan ba’aaniif baadhasaa Birrii kuma 300, 2ffaa kan ba’aanif Birrii kuma dhibba 2 fi kuma 20, 3ffaa kan ba’aanif Birrii kuma dhibba 1 fi kuma 40 akkasumaas 4ffa kan ba’aaniif kuma 100 fi 5ffaa kan ba’aaniif kumni 80 laatameera.

Andu’aalem Yaadataatu gabaase

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.