Fana: At a Speed of Life!

Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru

Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Dorgommiiwwan atleetiksii Sanbataa fi Dilbata gaggeeffamaniin Ityoophiyaanonni mirgaan galaniiru.

Dorgommichaan atleetonni Ityoophiyaa 36 hirmaataniiru.

Haaluma kanaan;
Maaraatoona Sheenzan(Chaayinaa)
Dhiiran;
1. Taaddasaa Tolaa Waldagabreel 2:10:13,
2. Tarrafaa Dabalaa Dalasaa 2:10:15
7. Baqqalaa Mulunah Mattaafariyaa 2:19:18

Dubartootan;
1. Balaaynash Yaamii Gurmuu 2:27:42,
2. Madin G/sillaasee Bayyanaa 2:30:12,
3. Tsahaay Dassaalany Adihaanaa 2:32:47,
4. Nuuriit Shimallis Yimaam 2:33:10
6. Bashaadduu Baqqalaa Badhaanee 2:40:07
8. Daagmaawiit Adimqee Ashannaafii 2:45:40

Maaraatoona Maalaagaa (Speeyin)
Duabartoota;
1. Salaamaawiit Geetinnat 2:27:56,
2. Galaanee Sanbatee 2:32:28
9. Alamituu Abarraa Beenyaa 2:45:03

Maaraatoona Teeypii(Taaywaan)

Dubartootan
2. Maskaram Abarraa Hundee 2:34:18,
4. Konhiit Xilaahuun Biruuk 2:39:33,

Maaraatoona Oogaa Paalgaa(Burkiinaa Faasoo)

Dhiiran;
2. Malaanee Haymaanoot 2:19:58,

Dubartootan;
1. Zaytuunaa Muddee

Kiilo meetira 25;
Kolkaataa(Hind)

Dhiiran
2. Batasfaa Geetaahuun 1:13:33,
3. Baayyaliny Yegsaaw 1:13:36,
5. Daanyaachaw Adaree 1:13:52,
10. Taarikuu Baqqalaa 1:15:53,

Dubartootan;
1. Guutanii Shonee 1:22:09,
4. Shaashoo Insarmuu 1:24:59,
6. Birqee Dabalee 1:26:49,
9. Caaltuu Qaqaboo 1:29:26,
10. Tasfaanash Margaa 1:32:54,

Maaraatoona walakkaa;

Baangisan, Choon Burii (Taaylaand)

Dhiiran;
1. Sisaay Lammaa Kaasaaye 1:02:16,
3. Addunyaa Taakkala Biqilaa 1:04:21,
6. Daraaraa Dhugumaa Binagaa 1:07:43

Dubartootan;
2. Siifan Malaakuu Damissee 1:12:35,

Walakkaa maaraatoona idil addunyaa Taaylaand Baangikook
Dhiiran;
1. Kinduu Sawmahoon 1:07:49,
2. Mongas Tafarraa 1:08:34,

Dubartootan;
1. Faaya Huseen Ogaatoo 1:16:4

Kiilo meetira 10

Dorgommii Saaniyoo, Okayaamaa (Jaappaan)

Dubartootan;
1. Zayituunaa Hasan 32:14,

Swiizarlaand;

Kiilo meetira 5 dubartootan;
1. Heelan Baqqalaa Tolaa 15:30,

Speeyn;

Dhiiran; kiilo meetira 10.575
2. Geetinnat Waalee 33:01,

Dubartootan; kiilo meetira 7.575
1. Zannabuu Fiqaaduu 26:44,

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.