Dorgommiin kalaqa “Abdii Ityoophiyaa 2015 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Qopheessummaa Ministeera Hojii fi Ogummaan dorgommin kalaqa daldalaa “Abdii Ityoophiyaa 2015” jedhuun Giddugalaa Dagaagina Kalaaqaa Buraayyuutti gaggeeffamaa jira.
Dorgommicharratti barattoonni naannolee fi yuunivarsitiiwwanirraa baba’an 200 hirmaachaa jiru.
Mata duree “Abdi Ityoophiyaa” jedhuun bara 2013 kan eegale dorgommichi dorgommii barnaa kan injifatan addaa baasuun guyyoota 21’f leenjiin ni kennamaaf jedhameera.
Fatiyaa Abdallaatu gabaase
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.