Fana: At a Speed of Life!

Dorgommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan Warqee argattee

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaa 23ffaan dorgoommii tarkaanfiin Itiyoophiyaan koorniyaa lamaaniin meedaaliyaa warqee argatte.

Dorgommii kiiloomeetiraa 20 kaameeruun Duwaalaatti gaggeeffame kanarratti Atileet Sintaayyoo Maasiree fi Atileet Misgaana Waaqumaa injifataniiru.

Dorgommiiwwan hanga aammaatti gaggeeffamaniin Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniin meedaaliyaawwan Warqee 4, Meetii 2 fi nahaasa 1’n argachuu dandeesseetti.

Dorgommiin shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaa 243ffaan Waxabajjii 2 eegalee gaggeeffamaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.