Fana: At a Speed of Life!

Doolaarri seeraan ala socho’aa ture kumni 248 fi 300 to’atame

Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Doolaarri seeraan ala konkolaataa mana tokko keessa dhofkamuun socho’aa ture kumni 248 fi 300 to’atameera.

Maallaqni kun Finfinnee ka’uun karaa Harargee Bahaa wayita ilmaluuf ture to’atamuu Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa ibseera.

Sakattoo taasiifameen Magaalaa Adaamaatti Daash Biirdii konkolaataa keessaa argamuu himameera.

Tajaajjilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa fi Poolisiin Oromiyaa hordoffii waloon taasiisan namoota Doolaara kana daddabarsaa turan 2 waliin to’annoo jala oolchuu tajaajilichi ibsa Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif ergeen himeera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.