Fana: At a Speed of Life!

Doolaarri Ameerikaa kumni 37 fi meeshaaleen waraanaa deeggarsa ABUTtiif oluuf ture to’atame

Finfinnee, Sadaasa 5, 2014 (FBC) – Doolaarri Ameerikaa kumni 37 fi meeshaaleen waraanaa deeggarsa ABUTtiif oluuf ture magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Eekkaattin to’atamuu Poolisiin beeksiise.

Maallaqnii fi meeshaaleen waraanaa kun kutaa magaalaa Eekkaa aanaa 11 naannoo mana barumsaa Wandiyiraadi jedhamutti eeruu ummataan to’atamuu ibsameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.