Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Yiliqaal Kaffalaan jiraatoota Magaalaa Baahirdaar maliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 25, 2015 (FBC)-Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliiqaal Kaffalaan jiraatota magaalaa Baahirdaar waliin mari’achaa jiru.

Waltajjiin marichaa mata dure ”Obbolummaa Sabdanneesummaa milkaa’ina imaala badhaadhinaaf‘’ jedhuun gaggeeffameera.

Waltajjiichaarratti Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee, Dursaa Ittaanaa Kantiibaa Magaalaa Baahirdaar Dooktar Diraas Sahaaluu fi qondaaltonni naannoo fi federaalaa argamaniiru.

Mariin jiraatoota waliin taasisfames haalaa yeroo biyyaa fi naannichaarratti kan xiyyeeffate ta’uu ragaan waajjiraa pireezidaantii naannicharra argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.