Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Yiliqaal Kaffalaa Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’ataa jiru

Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaa Ambaasaaddara Chaayinaa Zaa’oo Zhiiyuhaan waliin dhimmoota waqtaawaarratti mari’ataa jiraachuu ibsameera.

Preezdaantichi gareen shororkeessa ABUT wayita naannoo Amaaraa weerareetti gocha gara jabinaa raawwatee mormuurra darbe dhimmichi karaa madaalawaa hin taaanee gabaafamaa turu ambaasaaddarichaaf himaniiru.

Dooktar Yiliqaal sababa weerara garee shororkeessaa ABUT proojektoota Chaayinaa miidhamaan deebisanii dhaabuu fi gara hojiitti akka galaan xiyyeeffannoon akka hojjetamuu ibsu AMK gabaaseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.