Dooktar Yiliqaal aanaa Qawatiitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan Godina Shawaa Kaabaa aanaa Qawatiitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwataniiru.
Daawwannaa kanarratti hoggantoonni mootummaa naannoo Amaaraa fi godina Shawaa kaabaa hirmaachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godinichaarraa argame ni muul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.