Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Warqinaa Gabayyoo Preezdaantii Naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammada waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Worqinaa Gabayyoo, Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mohammad Umar waliin mari’ataniiru.
Aanga’oonni kunneen dhimmootaa naannichaa fi biyyaaleessaa irratti yaada waljijjiruu isaanii Dooktar Warqinaan fuula feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Dooktar Warqinaan naannoon kana dura rakkoo nageenyaa hamaa keessa turte, yeroo ammaa nageenya waaraa horachuu fi giddu gala misoomaa ta’uu isheetti hoggansa Preezdant Muusxafee diinqisfataniru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.