Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Nagarii Leencoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Meeksiikoo Viiktoor Maanu’eel Tiriviinoon waliin marii’tan

Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Dooktar Nagarii Leencoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Meeksiikoo Viiktoor Maanu’eel Tiriviinoon waliin marii’tan.
Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti walitti qabaan koree dhaabbiin dhimmoota nageenyaa fi hariroo alaa Dooktar Nagarii Leencoo Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Meeksiikoo Viiktoor Maanu’eel Tiriviinoon waliin marii’taniiru.
Dooktar Nagariin hariiroon biyyoota lameenii baroota dheeraa lakkofsi cimee akka itti fufu ibsaniiru.
Akkasumaas hidha haaroomsaa guddichaa Ityoophiyaa ilaalchisuun hojiiwwan hojjetamaa jiran irratti ambaasaaddarichaaf ibsa laataniru.
Ijaarsi hidhichaa kaayyoon isaa olaanaan projaktii jallisiif otuu hin taane, madda anniisaa elektiriikiin 60% ummata Ityoophiyaa dukkana keessaa baasuuf akka ta’e hubachiisaniiru.
Olaantummaa seeraa kabaachiisuu kaaba biyyatiitti garee juuntaa irratti fudhamerratti ibsa laataniirufi.
Projaktii misooma Magaalaa Jimmaa keessatti hojjetamaa jiranis daawwatanii jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.