Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Muluu Naggaan Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun muudaman

Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Dooktar Muluu Naggaan Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun muudamaniiru.
Hojii Raawwachiisaa olaanaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta’uun tajaajilaa kan turan Dooktar Muluu Naggaan Eebila 28,2013 irraa eegalee Ministir Deettaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo ta’uun muudamuu isaanii Waajjirri Muummee Ministiraa beeksiiseera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.