Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Maqdas Dhaabaan Sochii hojii Hospitaala waliigalaa Diillaa Daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti sochii hojii Hospitaala Diillaa daawwataniiru.

Dooktar Maqdas hudhaalee sirna fayyaa furuuf hojiilee riifoormii Hospitaalichatti hojjetamaniifi bu’aalee argaman daawwataniiru.

Daawwannicharratti Dooktar Maqdas Dhaabaa dabalatee, Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Hoggantoonni olaannoo naannichaa biroon argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.