Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Eegumsa Fayyaa Adaree daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 9, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Eegumsa Fayyaa Adaree daawwatan.

Buufatichi qusannaa maatiirratti xiyyeeffatee hojjechaa jiraachuu daawwanicharratti ibsameera.

Bifuma kanaan namoonni kumni 5 ol tajaajila da’umsaa yeroo dheeraa buufatichatti argachuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.