Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Kaasaahuun Gofeen Ministira Daldalaa Jibuutii waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahuun Gofeen Ministira Daldalaa Jibuutii Mahaammad Waarsaamaa fi jila isaanii waliin mari’ataniiru.

Mariin isaanis daldala biyyoota lameen gidduu fi daldala alaa haala saffisiisuun danda’amurratti kan xiyyeeffate ta’uu Dooktar Kaasaahuun gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Fuuldurattis walitti hidhamiinsa daldalaa fi tokkummaa diinagdee naannawaa mirkaneessuuf kutannoo qabaachuu ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.