Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan yaa’ii Bishaanii DhMG irratti hirmaachaa jiru

Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaan yaa’ii Bishaanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ameerikaa magaalaa Niwuu Yorkitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jiru.

Yaa’icha Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Taajiksitaanii fi Neezarlaanditu waloon qopheesse jedhame.

Ameerikaatti Ambaasaaddara Ityoophiyaa Ambaasaadar Silashii Baqqalaa, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yooseef Kaasayee dabalatee ogeeyyii fi hoggantoonni olaanoon yaa’icharratti hirmaachaa jiru jedhame.

Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.