Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Girmaa Amanteen bakka bu’aa Daayrektara Fandii misooma Qonnaa Addunyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 3,20015 (FBC) -Ministirri Ministeeta Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen bakka bu’aa Daayrektara Fandii misooma Qonnaa Idil Addunyaa Maawiiraa Chiitiimaa waliin mari’ataniiru.

Deeggarsa fandii Misooma Qonnaa Idil Addunyaan hojiilee hojjetamanii fi bu’aalee argamanii fi kallatti fuula duraarratti mari’ataniiru.

Yeroo itti aanu misooma Jallisii, waliti hidhamiinsa gabaa fi hojiilee eegumsa qabeenya uumamaarratti waloon hojjechuuf marii bal’aa taasiisuu ragaan Ministeera Qonnaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.