Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Geediyoon Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Alii Mohaammad Oomar waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota Hariiroo waloo biyyoota lamaanii caamsanii fi nageenya naannawichaa waaressanirratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.