Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara UNIDO waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Misooma Indaastirii Mootummoota Gamtoomaanii Gardi Mulaar waliin mari’ataniiru.
 
Marii isaaniin Dooktar Fitsum rifoormii dinaagdee fi imammataa indaastirii Itiyoophiyaarratti irratti ibsa laataniiru.
 
Gardi Mulaar gamaasaaniin, Itiyoophiyaan biyya dandeettii olaanaa qabdu ta’uu ibsuu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.
 
Itiyoophiyaa hawwattummaa invastimantiin ishee sadarkaa olaanaan dabaluuf tattaaffii taasisuu akka qabdus eeraaniiru.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.