Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Darajjee Dhugumaa deebii dhibee daranyoo sombaaf laatamaa jiru ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Dooktar Darajjee Dhugumaa deebii dhibee daranyoo sombaaf laatamaa jiru ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’atan.

Ministirri Deettaan Fayyaa Dooktar Darajjee Dhugumaa Afrikaatti deebii dhibee daranyoo sombaaf laatamaa jiru ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’ataniiru.

Maricharratti ministeeroonnii fi hoggantoonni hojii olaanoo biyyoota gara garaa hirmaataniiru.

Maricha dhaabbata Giloobaal Faandi jedhamutu qopheesse.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.