Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Alamuu Simee Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbatti argamuun loltoota Raayyaa Ittisa Biyyaa jajjabeessan

Finfinnee, Hagayya 10, 2013 (FBC) – Sadarkaa Ministiraatti, Qindeessan Ijaarsa Sirna Diimookiraasii mootummaa Federaalaa Dooktar Alamu Simeen Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbatti argamuun loltoota Raayyaa Ittisa Biyyaa jajjabeessaniiru.
 
Gochaa gareen ABUT raawwataa jiru ittisuuf deeggarsi hawaasni biyyattii kan jajjabeeffamuu ta’uu Dooktar Alamuun dubbataniiru.
 
Qaamolee gocha badii ABUT waliin walitti hidhata qaban hunda irratti mootummaa tarkaanfii kan fudhatu ta’aa jedhaniiru.
 
Hawaasni biyyatti akkumma kanan deeggarsaa kallattii maran deeggarsa taasiisuu akka qabu waamicha dhiyyessaniiru.
 
Gammachuu Beekumatu gaabase.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.