Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiyyiif simannan baga nagaan dhuftanii taasiifame

Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Daawwannaa hojiif gara Turki Ankaaraa kan imalan Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif simannaan baga nagaan dhuftanii taasiifame.
 
Preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayip Eerdoogaan Dooktar Abiyyiif simannaa hoo’aa taasiisaniiru.
 
Dooktar Abiy turtii biyyattiitti taasiisaniin Preezdaant Eerdoogaan waliin dhimmoota waloo fi Naannichaarratti ni mari’atu jedhamee eeggama.
 
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.