Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwan

Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwaniiru.
Garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa rammaddii xumuraa murteessaa qaba taphachuuf har’a gara Ayivoorii Koosti Abiijatti imaleera.

Garichi Kibxata dhufu tapha murteessaa garee Biyyaalessaa Ayivoorii Koost waliin ni taphata.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.